-
Ermiyaas 48:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Hojii kee fi qabeenya keetti waan amanamteef,
Atis ni qabamta.
Kemoosh+ luboota isaa fi bulchitoota isa tajaajilanii wajjin
Boojuudhaan ni fudhatama.
-
-
Ermiyaas 48:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Inni iddoo ol kaʼaa irratti aarsaa fidu,
Inni waaqa isaatiif aarsaawwan dhiheessus
Moʼaab keessaa akka badu nan godha’ jedha Yihowaan.
-