Keessa Deebii 32:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+ 2 Saamuʼel 22:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Yihowaa malee Waaqni eenyu?+ Waaqa keenya malee qarsaan eenyu?+
4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+