LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 12:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Gorsitoota amanamoo taʼan wanta dubbatan ni dhabsiisa,

      Hubannaa maanguddootaas* isaan irraa ni fudhata;

  • Iyyoob 12:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Inni geggeessitoota sabaa irraa hubannaa* ni fuudha,

      Lafa onaa daandii hin qabne keessa akka jooranis ni godha.+

  • Isaayyaas 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Hafuurri Gibxii ishii keessatti ni jeeqama,

      Anis karoorawwan ishii nan fashaleessa.+

      Isaan gara waaqolii gatii hin qabnetti,

      Gara warra dawweessanitti, gara eker dubbistootaa fi gara raagdotaatti ni garagalu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi