Miikiyaas 7:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isaan keessaa inni hundumaa irra wayyu akka qoree ti,Inni hundumaa caalaa qajeelaa taʼes dallaa qoree caalaa hammaata. Guyyaan eegdonni kee waaʼee isaa dubbatan, guyyaan ati itti qoratamtu ni dhufa.+ Amma isaan ni sodaatu.+
4 Isaan keessaa inni hundumaa irra wayyu akka qoree ti,Inni hundumaa caalaa qajeelaa taʼes dallaa qoree caalaa hammaata. Guyyaan eegdonni kee waaʼee isaa dubbatan, guyyaan ati itti qoratamtu ni dhufa.+ Amma isaan ni sodaatu.+