-
Hisqiʼel 26:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Inni gandeen kee warra baadiyyaa keessatti argaman goraadeedhaan ni balleessa; dallaa sitti marsee ni ijaara; biyyoo sitti naannessee ni tuula; gaachana guddaas si irratti ni kaasa. 9 Inni dallaawwan kee meeshaa ittiin diiganiin ni rukuta; masaraawwan kees qottoo* isaatiin ni diiga.
-