-
Isaayyaas 5:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ammas maaloo,
Wantan maasii wayinii koo irratti godhu isinittan hima:
Dallaa qoree isaa nan buqqisa,
Innis ibiddaan ni gubama.+
Dallaa dhagaa isaa nan diiga,
Innis ni dhidhiitama.
-
-
Hisqiʼel 6:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Bakka jiraattan hundumaatti magaalonni ni onu,+ iddoowwan ol kaʼoon ni diigamu, onaniis ni hafu.+ Iddoowwan aarsaa keessan ni diigamu, ni caccabus, waaqoliin tolfamoon keessan warri balfamoo taʼan ni badu, miʼawwan keessan warri ixaana itti aarsitan ni mummuramu, hojiiwwan harka keessaniis haxaaʼamanii ni balleeffamu.
-