2 Mootota 21:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani safartuu wadaroo Samaariyaa ittiin safareen+ Yerusaalemiin nan safara;+ tumbii* isan mana Ahaab+ ittiin ilaaletti nan fayyadama; akkuma namni tokko saanii golboo haxaaʼee qulqulleessee gad gombisutti Yerusaalemiin haxaaʼee nan qulqulleessa.+
13 Ani safartuu wadaroo Samaariyaa ittiin safareen+ Yerusaalemiin nan safara;+ tumbii* isan mana Ahaab+ ittiin ilaaletti nan fayyadama; akkuma namni tokko saanii golboo haxaaʼee qulqulleessee gad gombisutti Yerusaalemiin haxaaʼee nan qulqulleessa.+