Leewwota 26:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Magaalota keessan goraadeedhaaf dabarsee nan kenna;+ iddoowwan qulqulluu keessanis ona nan godha; aarsaawwan keessan warra urgaan isaanii gammachiisu* hin urgeeffadhu. Keessa Deebii 29:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Kanaafuu, Yihowaan aarii isaa fi dheekkamsa isaa isa guddaadhaan biyyoo isaanii irraa isaan buqqisee+ gara biyya kan biraa yeroo harʼaa keessa jiranitti isaan geesse.’+
31 Magaalota keessan goraadeedhaaf dabarsee nan kenna;+ iddoowwan qulqulluu keessanis ona nan godha; aarsaawwan keessan warra urgaan isaanii gammachiisu* hin urgeeffadhu.
28 Kanaafuu, Yihowaan aarii isaa fi dheekkamsa isaa isa guddaadhaan biyyoo isaanii irraa isaan buqqisee+ gara biyya kan biraa yeroo harʼaa keessa jiranitti isaan geesse.’+