Miikiyaas 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*
11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*