Ermiyaas 7:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Biyyattiin tuullaa diiggaa waan taatuuf,+ ani magaalota Yihudaa keessaa, daandiiwwan Yerusaalem irraas sagalee gammachuu fi sagalee ililchuu, sagalee misirrichaa fi sagalee misirrittii nan callisiisa.’”+
34 Biyyattiin tuullaa diiggaa waan taatuuf,+ ani magaalota Yihudaa keessaa, daandiiwwan Yerusaalem irraas sagalee gammachuu fi sagalee ililchuu, sagalee misirrichaa fi sagalee misirrittii nan callisiisa.’”+