LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 9:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Maal taʼa lafa onaa keessatti buufata imaltuu utuun qabaadhee!

      Hundi isaanii ejjitoota,+

      Tuuta gantootaas waan taʼaniif,

      Silaa saba koo dhiisee, irraas fagaadhee nan deeman ture.

       3 Isaan akkuma iddaatti arraba isaanii dabsu;

      Amanamummaa utuu hin taʼin sobatu biyyattii keessatti babalʼate.+

      “Isaan hammina irraa gara hamminaatti ceʼu,

      Anas hin dhagaʼan”+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi