-
Ermiyaas 48:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 ‘Namni naasuu jalaa baqatu kam iyyuu boolla keessatti kufa,
Namni boolla keessaa baʼu kam iyyuus kiyyoodhaan ni qabama.’
‘Sababiin isaas, ani waggaa isaan itti adabaman Moʼaab irratti nan fida’ jedha Yihowaan.
-