Faarfannaa 37:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yihowaa abdadhu, daandii isaas hordofi,Innis lafa akka dhaaltuuf ol si qaba. Yommuu hamoonni badan+ ni argita.+ Faarfannaa 146:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namni Waaqni Yaaqoob gargaaraa isaa taʼe,+Namni Waaqa isaa Yihowaa abdatus gammadaa dha;+
34 Yihowaa abdadhu, daandii isaas hordofi,Innis lafa akka dhaaltuuf ol si qaba. Yommuu hamoonni badan+ ni argita.+