LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 57:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Ani firii hidhii nan uuma.

      Isa fagoo jiruufis, isa dhihoo jiruufis nagaan wal irraa hin cinne ni kennama,+

      Anis isa nan fayyisa” jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 33:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 ‘Kunoo, ishiin akka itti wayyaaʼuu fi akka fayyitu nan godha;+ isaan nan fayyisa, nagaa fi dhugaa hedduus isaaniif nan kenna.+ 7 Warra Yihudaa keessaa boojiʼamanii fi warra Israaʼel keessaa boojiʼaman deebisee nan fida;+ akkuman jalqaba godhettis isaan nan ijaara.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi