-
Faarfannaa 85:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Aarii kee hundumaa toʼatteetta;
Dheekkamsa kee isa bobaʼu irraas deebiteetta.+
-
-
Isaayyaas 12:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Guyyaa sanatti ati dhugumaan akkana jetta:
“Yaa Yihowaa, sin galateeffadha,
Ati natti dheekkamtee kan turte taʼus,
Dheekkamsi kee suutuma suuta qabbanaaʼeera, atis na jajjabeessiteetta.+
-