-
Ermiyaas 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo sanatti saba kanaa fi Yerusaalemiif akkana jedhama:
“Bubbeen waxalu inni tabbawwan gammoojjii duwwaa taʼan irraa dhufu,
Intala* saba kootii irratti saffisaan gad buʼa;
Inni kan dhufu calleessuuf yookiin qulqulleessuuf miti.
-
-
Hisqiʼel 13:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Dheekkamsa kootiin obomboleettii cimaan akka dhufu, aarii kootiin bokkaa yandoon akka roobu, dheekkamsa koo isa badiisa geessisuunis cabbii guguddaan akka buʼu nan godha.
-