Ermiyaas 11:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.
20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.