Ermiyaas 18:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “‘Yaa mana Israaʼel, akkuma suphe dhooftuun kun godhetti ani isin irratti gochuu hin dandaʼuu?’ jedha Yihowaan. ‘Yaa mana Israaʼel, kunoo akkuma suphee harka suphe dhooftuu keessa jiruutti, isinis harka koo keessa jirtu.+
6 “‘Yaa mana Israaʼel, akkuma suphe dhooftuun kun godhetti ani isin irratti gochuu hin dandaʼuu?’ jedha Yihowaan. ‘Yaa mana Israaʼel, kunoo akkuma suphee harka suphe dhooftuu keessa jiruutti, isinis harka koo keessa jirtu.+