-
Roomaa 9:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Garuu yaa namaa, Waaqayyoof deebii kan deebistu ati eenyu?+ Wanti bocame tokko isa isa boceen, “Maaliif akkanatti na tolchite?” ni jedhaa?+ 21 Namni suphee dhaʼu tokko, dhoqqee suphee tokko irraa qodaa tokko hojii ulfinaatiif, qodaa isa tokko immoo hojii ulfina hin qabneef tolchuuf suphee sana irratti aangoo hin qabuu?+
-