Isaayyaas 45:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan Inni Qulqulluun kan Israaʼel,+ inni isa tolche akkana jedha: “Isin wantoota gara fuulduraatti dhufan ilaalchisee na shakkituu? Ilmaan koo+ fi hojiiwwan harka kootii ilaalchisee hoo na ajajjuu?
11 Yihowaan Inni Qulqulluun kan Israaʼel,+ inni isa tolche akkana jedha: “Isin wantoota gara fuulduraatti dhufan ilaalchisee na shakkituu? Ilmaan koo+ fi hojiiwwan harka kootii ilaalchisee hoo na ajajjuu?