Isaayyaas 29:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Warra karoora* isaanii Yihowaa jalaa dhoksuuf karaa dheeraa deemaniif wayyoo.+ Isaan, “Eenyutu nu arga? Eenyutu waaʼee keenya beeka?” jechaa,Hojii isaanii dukkana keessatti hojjetu.+
15 Warra karoora* isaanii Yihowaa jalaa dhoksuuf karaa dheeraa deemaniif wayyoo.+ Isaan, “Eenyutu nu arga? Eenyutu waaʼee keenya beeka?” jechaa,Hojii isaanii dukkana keessatti hojjetu.+