-
Keessa Deebii 1:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Hamma bakka kana geessanittis bakka deemtan hundumaatti Waaqni keessan Yihowaan akkuma namni tokko ilma isaa baatutti lafa onaa keessatti akkamitti akka isin baate argitaniittu.’
-