-
Hisqiʼel 12:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Isaan bakka dhaqan sanatti, saboota gidduutti waaʼee gochawwan jibbisiisoo raawwatan sana hundumaa akka dubbataniif, isaan keessaa muraasa isaanii goraadee, beelaa fi golfaa jalaa nan oolcha; isaanis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.”
-