LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 72:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Bara isaatti namni qajeelaan ni lalisa,*+

      Hamma addeessi dhabamtuttis nagaan ni baayʼata.+

  • Isaayyaas 60:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kana booda biyya kee keessatti jeequmsi

      Yookiin daangaawwan kee keessatti badiisnii fi diigamuun hin dhagaʼamu.+

      Atis dallaawwan kee Fayyina,+ karrawwan kees Jajannaa jettee ni waamta.

  • Maatewos 26:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Yesuus garuu akkana isaan jedhe: “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi;+ warri goraadee luqqifatan hundi goraadeedhaan badu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi