Faarfannaa 99:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni mootii jabaa haqa jaallatu dha.+ Ati wanta qajeelaa taʼe cimsitee dhaabdeetta. Yaaqoob keessatti haqaa fi qajeelummaa argamsiisteetta.+ Ermiyaas 10:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yaa Yihowaa, haqaan na sirreessi,Garuu guutummaatti akka na hin balleessineef,+ dheekkamsa keetiin hin taʼin.+
4 Inni mootii jabaa haqa jaallatu dha.+ Ati wanta qajeelaa taʼe cimsitee dhaabdeetta. Yaaqoob keessatti haqaa fi qajeelummaa argamsiisteetta.+
24 Yaa Yihowaa, haqaan na sirreessi,Garuu guutummaatti akka na hin balleessineef,+ dheekkamsa keetiin hin taʼin.+