Ermiyaas 29:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Yihowaan akkana jedha: ‘Wantan isiniif yaade akka gaariittan beeka; innis badiisa utuu hin taʼin nagaa+ dha; ani egeree gaarii fi abdii isiniif nan kenna.+ 12 Isin na waammattu; dhuftaniis kadhannaa natti dhiheeffattu; anis isin nan dhagaʼa.’+
11 “Yihowaan akkana jedha: ‘Wantan isiniif yaade akka gaariittan beeka; innis badiisa utuu hin taʼin nagaa+ dha; ani egeree gaarii fi abdii isiniif nan kenna.+ 12 Isin na waammattu; dhuftaniis kadhannaa natti dhiheeffattu; anis isin nan dhagaʼa.’+