LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 14:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Efreem, ‘Kana booda waaqolii tolfamoo irraa maalan qaba?’+ jedha.

      Ani deebii isaaf nan kenna, eegumsas isaaf nan godha.+

      Akka muka birbirsaa lalisaa jiruu nan taʼa.

      Firiin kee ana irraa ni argama.”

  • Zakkaariyaas 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa sanatti ani maqaa waaqolii tolfamoo biyyattii keessaa nan balleessa,+ isaanis sana booda hin yaadataman; raajotaa fi hafuura xuraaʼummaas biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi