Isaayyaas 10:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Yihowaan hojii Gaara Xiyoon irrattii fi Yerusaalem keessatti hojjetu hundumaa yommuu xumurutti, addaggummaa garaa isaatiin, boonuu isaa fi of tuulummaadhaan ilaaluu isaatiin kan kaʼe mootii Asoor ni* adaba.+
12 “Yihowaan hojii Gaara Xiyoon irrattii fi Yerusaalem keessatti hojjetu hundumaa yommuu xumurutti, addaggummaa garaa isaatiin, boonuu isaa fi of tuulummaadhaan ilaaluu isaatiin kan kaʼe mootii Asoor ni* adaba.+