Isaayyaas 30:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Isaan eegumsa* Faraʼoon jalatti gaaddisa argachuuf,Gaaddidduu Gibxii jalattis dahoo argachuuf,Utuu gorsa na hin gaafatin*+ gara Gibxiitti gad buʼaniiru!+
2 Isaan eegumsa* Faraʼoon jalatti gaaddisa argachuuf,Gaaddidduu Gibxii jalattis dahoo argachuuf,Utuu gorsa na hin gaafatin*+ gara Gibxiitti gad buʼaniiru!+