Isaayyaas 44:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, ani isa* dheebote irratti bishaan,+Lafa gogaa irrattis lageen yaaʼan nan dhangalaasa. Sanyii kee irratti hafuura koo,Ijoollee kee irrattis eebba koo nan dhangalaasa.+
3 Sababiin isaas, ani isa* dheebote irratti bishaan,+Lafa gogaa irrattis lageen yaaʼan nan dhangalaasa. Sanyii kee irratti hafuura koo,Ijoollee kee irrattis eebba koo nan dhangalaasa.+