Faarfannaa 44:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan lafattii kan dhaalan goraadee isaaniitiin hin turre,+Injifannoo kan isaaniif argamsiises irree isaanii hin turre.+ Kanaa mannaa, ati waan isaanitti gammaddeef,+Kana kan argatan harka kee mirgaatiin,+ irree kee fi ifa fuula keetiitiin ture. Isaayyaas 52:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan saboota hundumaa duratti irree isaa mulʼiseera;+Guutummaan andaara lafaas gochawwan fayyinaa* Waaqni keenya raawwatu ni argu.+
3 Isaan lafattii kan dhaalan goraadee isaaniitiin hin turre,+Injifannoo kan isaaniif argamsiises irree isaanii hin turre.+ Kanaa mannaa, ati waan isaanitti gammaddeef,+Kana kan argatan harka kee mirgaatiin,+ irree kee fi ifa fuula keetiitiin ture.
10 Yihowaan saboota hundumaa duratti irree isaa mulʼiseera;+Guutummaan andaara lafaas gochawwan fayyinaa* Waaqni keenya raawwatu ni argu.+