-
Isaayyaas 9:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Sababiin isaas, hamminni akkuma ibiddaa ni bobaʼa,
Harangamaa fi aramaas ni nyaata.
Tusiiwwan* bosonaa irratti ibidda ni qabsiisa,
Isaanis duumessa aaraa taʼanii ol ni baʼu.
-