-
Keessa Deebii 28:66, 67Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
66 Lubbuun kee balaa guddaadhaaf kan saaxilame ni taʼa; halkanii fi guyyaa ni sodaatta; lubbuudhaan ooluu kee illee ni shakkita. 67 Sodaa sitti dhagaʼamuu fi wanta ijji kee ilaaluun kan kaʼe ganama, ‘Maal taʼa utuu dhihee!’ jetta; galgala immoo, ‘Maal taʼa utuu bariʼee!’ jetta.
-