Baʼuu 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+ Keessa Deebii 16:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haqa hin jalʼisin,+ hin loogin+ yookiin mattaʼaa hin fudhatin; sababiin isaas, mattaʼaan ija ogeessaa ni jaamsa,+ dubbii nama qajeelaas ni jalʼisa.
8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+
19 Haqa hin jalʼisin,+ hin loogin+ yookiin mattaʼaa hin fudhatin; sababiin isaas, mattaʼaan ija ogeessaa ni jaamsa,+ dubbii nama qajeelaas ni jalʼisa.