Isaayyaas 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+ Sefaaniyaa 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+ Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa. Inni baayʼee sitti gammada.+ Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.* Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+
17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+ Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa. Inni baayʼee sitti gammada.+ Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.* Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.