-
Isaayyaas 33:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Akkuma yeroo awwaannisni hin quufne walitti qabamutti taʼu, boojuun kees walitti ni qabama;
Namoonnis akkuma tuuta awwaannisaatti isa ni saamu.
-