- 
	                        
            
            Ermiyaas 50:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Yihowaan akkana jedha: “Guyyaa sanattii fi yeroo sanatti,
Warra akka jiraatan ani isaaniif heyyame sanaaf dhiifama waanan godhuuf,
Yakki Israaʼel ni barbaadama,
Garuu homtuu hin argamu,
Cubbuun Yihudaas hin argamu.”+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Miikiyaas 7:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Waaqni akka keetti
Warra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+
Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,
Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+
19 Inni ammas gara laafina nutti argisiisa;+ balleessaa keenyas toʼannaa jala ni galcha.*
Ati cubbuu isaanii hundumaa galaana gad fagoo keessatti ni darbatta.+
 
 -