-
Ermiyaas 25:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 “‘Guyyaa sanatti warri Yihowaan ajjeese andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti ni argamu. Isaaniif hin booʼamu, isaan walitti hin qabaman yookiin hin awwaalaman. Lafa irrattis akkuma dikee taʼu.’
-