- 
	                        
            
            Hoseʼaa 14:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Ani Israaʼeliif akka fixeensaa nan taʼa;
Inni akka abaabootti ni daraara,
Akka muka Libaanonitti hidda isaa gad ni fageeffata.
6 Latiiwwan isaa ni dagaagu,
Bareedinni isaa akka kan muka ejersaa,*
Urgaan isaas akka urgaa muka Libaanon ni taʼa.
 
 -