Ermiyaas 51:56 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 56 Sababiin isaas, inni badiisa geessisu Baabilon irratti ni dhufa;+Yihowaan Waaqa haaloo baʼu waan taʼeef,+Loltoonni ishii ni qabamu,+Iddaawwan isaanii ni caccabu. Inni dhugumaan gatii ishii ishiidhaaf ni deebisa.+
56 Sababiin isaas, inni badiisa geessisu Baabilon irratti ni dhufa;+Yihowaan Waaqa haaloo baʼu waan taʼeef,+Loltoonni ishii ni qabamu,+Iddaawwan isaanii ni caccabu. Inni dhugumaan gatii ishii ishiidhaaf ni deebisa.+