9 Kana booda, Senaaheriib mootiin Asoor loltoota isaa hundumaa wajjin yommuu Laakiish+ keessa turetti, akkana jedhee tajaajiltoota isaa gara Yerusaalemitti, gara Hisqiyaas mootii Yihudaattii fi namoota Yihudaa warra Yerusaalem keessa jiran hundumaatti erge:+