20 “‘Guyyaa sanatti Eliyaaqiim+ ilma Hilqiyaa isa tajaajilaa koo taʼe nan waama; 21 uffata kee isatti nan uwwisa, sabbata kee mudhii isaatti cimsee nan hidha,+ aangoo kees harka isaatti dabarsee nan kenna. Innis jiraattota Yerusaalemii fi mana Yihudaatiif abbaa ni taʼa.