Isaayyaas 22:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Gooftaa Ol Aanaa kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Gara bulchaa kanaa, gara Shebnaa+ isa manicha* irratti itti gaafatamaa taʼe sanaa dhaqiitii akkana isaan jedhi:
15 Gooftaa Ol Aanaa kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Gara bulchaa kanaa, gara Shebnaa+ isa manicha* irratti itti gaafatamaa taʼe sanaa dhaqiitii akkana isaan jedhi: