Izraa 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Bara Arxeksis mootii Faarsitti, Bishlaam, Mitredaat, Taabeʼelii fi michoonni isaa warri kaan, Arxeksis Mootichaaf xalayaa ni barreessan; xalayichas gara Afaan Aaraamitti+ hiikanii, qubee afaan Aaraamiin barreessan.* Daaniʼel 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kaladoonnis afaan Aaraamiin akkana jedhanii mootichaaf deebisan:*+ “Yaa mootii, bara baraaf jiraadhu. Abjuu kee nu tajaajiltoota keetti himi; nutis hiika isaa sitti himna.”
7 Bara Arxeksis mootii Faarsitti, Bishlaam, Mitredaat, Taabeʼelii fi michoonni isaa warri kaan, Arxeksis Mootichaaf xalayaa ni barreessan; xalayichas gara Afaan Aaraamitti+ hiikanii, qubee afaan Aaraamiin barreessan.*
4 Kaladoonnis afaan Aaraamiin akkana jedhanii mootichaaf deebisan:*+ “Yaa mootii, bara baraaf jiraadhu. Abjuu kee nu tajaajiltoota keetti himi; nutis hiika isaa sitti himna.”