-
2 Mootota 18:36, 37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Mootichi, “Deebii isaaf hin kenninaa” jedhee ajajee waan tureef, namoonni sun calluma jedhan; waan tokko illee isaaf hin deebisne. 37 Haa taʼu malee, Eliyaaqiim ilmi Hilqiyaa inni manicha* irratti itti gaafatamaa taʼe, Shebnaan inni barreessaa taʼee fi Yoʼaan ilmi Asaaf inni barreessaa seenaa taʼe uffata isaanii tarsaasanii gara Hisqiyaas dhufanii wanta Raabshaaqichi jedhe isatti himan.
-
-
Fakkeenya 9:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namni nama qoostuu taʼeef sirreeffama kennu salphina ofitti waama,+
Namni nama hamaadhaaf sirreeffama kennu hundis of miidha.
-