LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 19:1-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Hisqiyaas Mootichi akkuma kana dhagaʼeen uffata isaa tarsaasee, uffata gaddaas uffatee gara mana Yihowaa dhaqe.+ 2 Achiis inni, Eliyaaqiim inni manicha* irratti itti gaafatamaa taʼe, Shebnaan inni barreessaa taʼee fi jaarsoliin lubootaa uffata gaddaa uffatanii gara Isaayyaas+ ilma Amooz akka dhaqan isaan erge. 3 Isaanis akkana isaan jedhan: “Hisqiyaas akkana jedha: ‘Guyyaan kun guyyaa dhiphinaa, guyyaa ifannaa* fi guyyaa salphinaa ti; nuti akkuma dubartii daʼuu jala geessee* ciniinsifachuuf humna dhabdee taaneerra.+ 4 Tarii Waaqni kee Yihowaan dubbii Raabshaaqichi inni mootiin Asoor gooftaan isaa Waaqa jiraataa akka arrabsuuf erge sun dubbate hunda ni dhagaʼa taʼa;+ akkasumas dubbii Waaqni kee Yihowaan dhagaʼe sanaaf isa ni gaafata taʼa. Kanaafuu, namoota asitti hafaniif kadhannaa dhiheessi.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi