-
2 Mootota 17:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kanaafuu, Yihowaan akka malee Israaʼelitti waan aareef fuula isaa duraa isaan balleesse.+ Gosa Yihudaa qofa malee eenyu iyyuu akka hafu hin heyyamne.
-