-
2 Mootota 19:5-7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Tajaajiltoonni Hisqiyaas Mootichaas gara Isaayyaasitti ni seenan;+ 6 Isaayyaasis akkana isaaniin jedhe: “Gooftaa keessaniin akkana jedhaa: ‘Yihowaan akkana jedha: “Dubbii dhageesseen, dubbii isa tajaajiltoonni mootii Asoor ittiin na arrabsan+ sanaan kan kaʼe hin sodaatin.+ 7 Kunoo, ani sammuu isaa keessa yaada tokko* nan kaaʼa; innis oduu tokko dhagaʼee gara biyya isaatti ni deebiʼa; anis akka inni biyyuma isaatti goraadeedhaan ajjeefamu nan godha.”’”+
-