Faarfannaa 46:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa nuu wajjin jira;+Waaqni Yaaqoob iddoo amansiisaa kooluu itti gallu* dha. (Seelaa) Isaayyaas 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Qulqulluu akka taʼetti ilaaluu kan qabdan Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,+Sodaachuu kan qabdan isa dha,Hollachuu kan qabdanis isaafi.”+
7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa nuu wajjin jira;+Waaqni Yaaqoob iddoo amansiisaa kooluu itti gallu* dha. (Seelaa)
13 Qulqulluu akka taʼetti ilaaluu kan qabdan Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,+Sodaachuu kan qabdan isa dha,Hollachuu kan qabdanis isaafi.”+