LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 18:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Akkasumas Hisqiyaas, “Yihowaan dhugumaan nu oolcha; magaalaan kunis harka mootii Asooritti hin kennamtu” jedhee Yihowaatti akka amanattan isin hin godhin.

  • 2 Mootota 18:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Waaqolii biyyoota kanaa hunda keessaa biyya isaa harka koo jalaa oolchuu kan dandaʼe eenyu? Maarree, Yihowaan akkamitti Yerusaalemiin harka koo jalaa oolchuu dandaʼa?”’”

  • Isaayyaas 10:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yihowaan hojii Gaara Xiyoon irrattii fi Yerusaalem keessatti hojjetu hundumaa yommuu xumurutti, addaggummaa garaa isaatiin, boonuu isaa fi of tuulummaadhaan ilaaluu isaatiin kan kaʼe mootii Asoor ni* adaba.+ 13 Sababiin isaas, inni akkana jedheera:

      ‘Ogeessa waanan taʼeef, harka koo isa jabaadhaan,

      Ogummaa kootiinis kana nan godha.

      Daangaawwan sabootaa nan buqqisa,+

      Qabeenya isaanii nan saama,+

      Akkuma nama jabaattis jiraattota isaanii toʼannaa jala nan galfadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi